1 Seenaa Baraa 27:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yoʼaab ilmi Zeruuyaa lakkaaʼuu jalqabee kan ture taʼus hin xumurre; Yoʼaab lakkaaʼuu isaatiin kan kaʼes dheekkamsi Waaqayyoo Israaʼel irratti ni dhufe;*+ lakkoofsi kunis galmee seenaa waaʼee bara Daawit Mootichaa dubbatu irratti hin galmeeffamne. 2 Seenaa Baraa 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Seenaan Rooboʼaam jalqabaa kaasee hamma dhumaatti seenaa hidda dhalootaa Shemaayaan+ raajichii fi Idoon+ inni mulʼata argu barreessan keessatti barreeffameera mitii? Rooboʼaamii fi Yeroboʼaam gidduutti waraanni wal irraa hin cinne ni godhama ture.+
24 Yoʼaab ilmi Zeruuyaa lakkaaʼuu jalqabee kan ture taʼus hin xumurre; Yoʼaab lakkaaʼuu isaatiin kan kaʼes dheekkamsi Waaqayyoo Israaʼel irratti ni dhufe;*+ lakkoofsi kunis galmee seenaa waaʼee bara Daawit Mootichaa dubbatu irratti hin galmeeffamne.
15 Seenaan Rooboʼaam jalqabaa kaasee hamma dhumaatti seenaa hidda dhalootaa Shemaayaan+ raajichii fi Idoon+ inni mulʼata argu barreessan keessatti barreeffameera mitii? Rooboʼaamii fi Yeroboʼaam gidduutti waraanni wal irraa hin cinne ni godhama ture.+