-
1 Mootota 15:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Aasaan akkuma abbaa isaa Daawit wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni raawwate.+
-
-
2 Seenaa Baraa 14:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti Aasaan akkana jedhee gara Waaqa isaa Yihowaatti iyye:+ “Yaa Yihowaa, warri ati gargaartu hedduu yoo taʼan yookiin humna kan hin qabne yoo taʼan siif jijjiirama hin qabu.+ Yaa Waaqa keenya Yihowaa, nuti sitti waan amanamneef,*+ maqaa keetiinis namoota hedduu kana waraanuuf waan baaneef+ ati nu gargaari. Yaa Yihowaa, ati Waaqa keenya. Namni duʼu si hin moʼin.”+
-
-
2 Seenaa Baraa 15:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aasaanis jechoota kanaa fi raajii Odeed raajichi dubbate akkuma dhagaʼeen ija jabina ni argate; biyya Yihudaa fi Biiniyaam hundumaa, akkasumas magaalota warra naannoo gaarotaa Efreem irraa fudhate keessaa waaqolii tolfamoo balfamoo taʼan ni balleesse;+ iddoo aarsaa Yihowaa isa barandaa mana Yihowaa dura tures ni haaresse.+
-