-
Keessa Deebii 34:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+ 2 guutummaa Niftaalem, biyya Efreemii fi Minaasee, guutummaa biyya Yihudaa hamma galaana dhihaatti,*+ 3 akkasumas Negeebii+ fi koonyaa Yordaanos,+ dirree sulula Yerikoo dabalatee magaalaa muka meexxii hamma Zoʼaaritti+ isatti ni argisiise.
-