Keessa Deebii 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+ 1 Mootota 9:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kana malees, Solomoon Mootichi biyya Edoom+ keessaa Eexiyoon Geber+ ishii Eeloot bira, Galaana Diimaa qarqaratti argamtutti dooniiwwan ni hojjete. 2 Mootota 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo sanatti Reezin mootiin Sooriyaa, Eelaatiin+ Edoomiif ni deebisiise; Yihudootas* Eelaat keessaa ni ariʼe. Edoomonnis Eelaatitti ni seenan; isaanis hamma harʼaatti ishii keessa jiraatu.
8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+
26 Kana malees, Solomoon Mootichi biyya Edoom+ keessaa Eexiyoon Geber+ ishii Eeloot bira, Galaana Diimaa qarqaratti argamtutti dooniiwwan ni hojjete.
6 Yeroo sanatti Reezin mootiin Sooriyaa, Eelaatiin+ Edoomiif ni deebisiise; Yihudootas* Eelaat keessaa ni ariʼe. Edoomonnis Eelaatitti ni seenan; isaanis hamma harʼaatti ishii keessa jiraatu.