Uumama 10:15-18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaʼaan ilma isaa isa angafaa Siidoonii+ fi Heetiin,+ 16 akkasumas Yebuusicha,+ Amooricha,+ Girgaashicha, 17 Hiiwicha,+ Arqicha, Siinicha, 18 Arwaadicha,+ Zemaarichaa fi Hamaaticha+ dhalche. Sana booda maatiiwwan Kanaʼaanotaa ni faffacaʼan.
15 Kanaʼaan ilma isaa isa angafaa Siidoonii+ fi Heetiin,+ 16 akkasumas Yebuusicha,+ Amooricha,+ Girgaashicha, 17 Hiiwicha,+ Arqicha, Siinicha, 18 Arwaadicha,+ Zemaarichaa fi Hamaaticha+ dhalche. Sana booda maatiiwwan Kanaʼaanotaa ni faffacaʼan.