-
Baʼuu 40:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Jiʼa jalqabaa keessaa guyyaa isa jalqabaatti godoo qulqulluu, jechuunis dunkaana walgaʼii ni dhaabda.+
-
-
Faarfannaa 78:60Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,
Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+
-