LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Buufatichi bakka tokkoo gara bakka kan biraa dhaquuf kaʼuu isaa dura, Aaronii fi ilmaan isaa iddoo qulqulluu fi miʼawwan iddoo qulqulluu hundumaa uwwisanii xumuruu qabu.+ Achiis ilmaan Qehaat isaan baachuuf ni seenu;+ haa taʼu malee, iddoo qulqulluu sana tuquu hin qaban; yoo akkana godhan ni duʼu.+ Dunkaana walgaʼii wajjin haala wal qabateen itti gaafatamummaan* ilmaan Qehaat qaban kana dha.

  • 1 Seenaa Baraa 23:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Daawitis akkana jedhee ture: “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif boqonnaa kenneera;+ inni bara baraaf Yerusaalem keessa ni jiraata.+ 26 Kana malees, Leewwonni godoo qulqulluu yookiin miʼawwan tajaajila godoo qulqulluu keessatti raawwatamuuf oolan tokko illee baachuun isaan hin barbaachisu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi