- 
	                        
            
            Baʼuu 14:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+ 14 Yihowaan iyyuu ofuma isaatiin isiniif ni lola;+ isin calluma jedhaa dhaabbadhaa.”
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 2:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Sana booda Haannaan akkana jettee kadhatte:
Ani gochawwan fayyinaa keetti waanan gammaduuf,
Afaan koo diinota kootiif deebii kennuuf banameera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 16:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Guutummaan lafaa, Yihowaa faarfadhu!
Guyyaa guyyaadhaan fayyisuu isaa labsaa!+
 
 -