LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan.+ Taʼus Aasaan umurii* isaa guutuu garaan isaa Yihowaa biratti guutuu* ture.

  • 1 Mootota 22:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Innis daandii abbaa isaa Aasaa+ hundumaa irra deemuu isaa itti fufe. Isa irraas hin jalʼanne; wanta Yihowaa duratti sirrii taʼes ni raawwate.+ Haa taʼu malee, iddoowwan ol kaʼoon hin balleeffamne turan; namoonnis amma iyyuu iddoowwan ol kaʼoo irratti aarsaa fi aarsaa aarfamu ni dhiheessu turan.+

  • 2 Seenaa Baraa 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ilmi isaa Yoshaafaaxis+ bakka isaa mootii taʼe; Israaʼel irrattis aangoo isaa ni cimsate.

  • 2 Seenaa Baraa 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Inni daandiiwwan Yihowaa irra deemuuf ni onnate; iddoowwan ol kaʼoo+ fi utubaawwan waaqeffannaas*+ Yihudaa keessaa ni balleesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi