LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 19:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa. 3 Haa taʼu malee, ati utubaawwan waaqeffannaa* biyyattii keessaa haxooftee waan balleessiteef, akkasumas Waaqa dhugaa barbaaddachuuf garaa kee waan qopheessiteef*+ wantoonni gaariin si keessatti argamaniiru.”+

  • Izraa 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Izraan Seera Yihowaa qorachuu fi hojii irra oolchuuf,+ akkasumas dambiiwwanii fi murtiiwwan isaa Israaʼel keessatti barsiisuuf+ garaa isaa qopheeffatee ture.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi