LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 17:27-29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Daawit gara Mahaanaayim akkuma dhufeen, Shoobii ilmi Nahaash inni Raabaa+ ishii biyya Amoonotaatii dhufe, Maakiir+ ilmi Amiʼel inni biyya Loo Debaarii dhufee fi Baarzilaay+ Giiliyaadichi inni Rogeeliimii dhufe, 28 afata, saanii golboo, miʼa suphee irraa tolfame, qamadii, garbuu, daakuu, akaayii, baaqelaa, misira, asheeta waadamaa, 29 damma, dhadhaa, hoolaa fi baaduu* fidanii dhufan. Isaan Daawitii fi namoonni isaa wajjin jiran akka nyaataniif wantoota kana hundumaa kan fidan,+ “Namoonni sun lafa onaa keessatti beelaʼaniiru, dadhabaniiru, akkasumas dheebotaniiru” jedhanii waan yaadaniif ture.+

  • 2 Saamuʼel 19:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Baarzilaay+ Giiliyaadichi mooticha gara laga Yordaanositti geggeessuuf Rogeeliim irraa gara Yordaanositti gad buʼe.

  • 1 Mootota 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Ilmaan Baarzilaay+ Giiliyaadichaa garuu yommuu ani obboleessa kee Abishaalom jalaa baqadhetti+ na cinaa waan dhaabbataniif,+ jaalala amanamaa isaanitti argisiisi; isaan warra maaddii kee irraa nyaatan keessaa tokko akka taʼanis godhi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi