LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Wantoonni kun akkuma raawwatamaniin, bulchitoonni gara koo dhufanii akkana naan jedhan: “Sabni Israaʼel, akkasumas luboonnii fi Leewwonni saboota biyyoota sanaa fi gochawwan jibbisiisoo+ Kanaʼaanonni, Heetonni, Pheriizonni, Yebuusonni, Amoononni, Moʼaabonni, Gibxoonnii+ fi Amooronni+ raawwatan irraa adda of hin baasne. 2 Isaan ijoollee durbaa saboota kanaa keessaa tokko tokko fuudhaniiru; ilmaan isaaniis fuusisaniiru.+ Warri sanyii qulqulluu+ taʼan kun saboota biyyoota sanaa wajjin wal makaniiru.+ Bulchitoonnii fi bulchitoonni gad aanoon gama kanaan adda durummaadhaan amanamoo utuu hin taʼin hafaniiru.”

  • Izraa 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Izraan lubichi kaʼee akkana isaaniin jedhe: “Isin dubartoota biyya ormaa fuudhuudhaan+ amanamoo utuu hin taʼin haftaniittu; kanaan kan kaʼes, yakka Israaʼel irratti yakka dabaltaniittu.

  • 2 Qorontos 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warra hin amannee wajjin gita malee walitti hin camadaminaa.*+ Qajeelinnii fi jalʼinni tokkummaa maalii qaba?+ Yookiin ifnii fi dukkanni maal wal irraa qaba?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi