-
1 Mootota 3:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 wanta ati gaafatte siifan godha.+ Ani garaa ogeessaa fi hubataa si dura namni kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne+ siifan kenna.+ 13 Kana malees, bara jireenyaa keetti* mootiin akka keetii kan biraan akka hin jiraanneef,+ soorumaa fi ulfina+ isa ati na hin gaafanne siifan kenna.+
-
-
2 Seenaa Baraa 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa fi ogummaa isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.+
-