-
Iyyoob 5:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Inni lafaaf bokkaa ni roobsa,
Dirreewwan irrattis bishaan ni erga.
-
-
Iyyoob 26:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Duumessoonni ulfaatina isaaniitiin kan kaʼe akka hin tarsaanetti,
Inni bishaanota duumessoota isaa keessatti ni mara;+
-
Isaayyaas 40:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Biyyoo lafaa safartuu keessatti kan walitti qabe+
Yookiin gaarotaa fi
Tabbawwan madaalliidhaan kan madaale eenyu?
-
-
-