-
Ibroota 1:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Dabalataanis akkana jedhe: “Yaa Gooftaa, ati jalqaba irratti hundee lafaa keesse, samiiwwanis hojii harka keetii ti. 11 Isaan ni badu, ati garuu ni jiraatta; hundi isaanii akkuma uffataa ni moofaʼu; 12 ati akkuma waarootti* isaan ni marta, isaan akkuma uffataa ni jijjiiramu. Ati garuu sanuma, waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.”+
-