LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Eeyyee, Waaqayyo isa beekuu dandeenyu caalaa guddaa dha,+

      Barri isaas hubannaa keenyaa oli.*+

  • Miilkiyaas 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Sababiin isaas, ani Yihowaa dha; ani hin jijjiiramu.*+ Isin ilmaan Yaaqoobi; isin amma iyyuu hin dhumne.

  • Yaaqoob 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi