Faarfannaa 41:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+ Maatewos 26:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Utuma nyaachaa jiraniis, “Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna”+ jedhe. Yohaannis 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+
9 Namni naa wajjin nagaa qabu, inni ani itti amanamu,+Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera.*+
18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+