Uumama 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe. Keessa Deebii 33:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.” Faarfannaa 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati garuu yaa Yihowaa, gaachana natti marsee jiru,+Ulfina koo+ fi isa mataa koo ol qabu dha.+
15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.
29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.”