LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Waaqni dhugaan, fixeensa samii,+ lafa biyyoo gabbataa qabu,+ midhaan hedduu fi daadhii wayinii haaraa hedduu siif haa kennu.+

  • Keessa Deebii 33:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Wantoota filatamoo lafa irra jiranii fi wantoota ishii keessa guutaniin,+

      Eebba isa harangamaa* keessatti mulʼate sanaatiinis si haa eebbisu.+

      Isaan mataa Yoseef irratti,

      Gonfoo mataa isa obboloota isaa keessaa filatame sanaa irratti haa buʼan.+

  • Miilkiyaas 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mana koo keessa nyaanni akka jiraatuuf,+ kurnoo sana guutummaatti gara mana kuusaatti fidaa;+ ani foddaawwan samii banee hamma iddoo kaaʼattan dhabdanitti eebba kanan isin irratti roobsu* taʼuu fi dhiisuu+ isaa ilaaluuf mee gama kanaan na qoraa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi