-
Lallaba 8:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kana malees, hamoonni warri gara iddoo qulqulluutti seenaa fi achi keessaa baʼaa turan yommuu awwaalaman nan arge; taʼus isaan magaalaa akkana gochaa itti turan keessatti yeruma sana ni irraanfataman.+ Kunis wanta gatii hin qabne dha.
-