LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 132:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Daawitiif kakateera;

      Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:

      “Ani sanyii* kee keessaa isa tokko

      Teessoo kee irra nan kaaʼa.+

  • Hisqiʼel 34:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani tiksee tokko, jechuunis tajaajilaa koo Daawitiin+ isaaniif nan kaasa;+ innis isaan ni soora. Innumti isaan ni soora, tiksee isaaniis ni taʼa.+

  • Hoseʼaa 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+

  • Yohaannis 7:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Kitaabonni Qulqulluun Kiristoos sanyii Daawit+ keessaa, akkasumas Beetaliheem+ ganda Daawitii+ akka dhufu dubbatu mitii?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi