LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:28-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Isin maatiiwwan sabootaa wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa;

      Ulfinaa fi jabina isaatiif wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa.+

      29 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa;+

      Kennaa fidaatii isa duratti dhihaadhaa.+

      Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa.*+

      30 Guutummaan lafaa isa duratti romʼi!

      Lafti* jabaattee hundeeffamteetti; iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu.+

      31 Samiin haa gammadu; laftis haa ililchitu;+

      ‘Yihowaan Mootii taʼeera!’ jedhaatii saboota gidduutti labsaa.+

      32 Galaannii fi wantoonni achi keessa guutan hundi haa kakawweessaʼan;

      Dirreewwanii fi wantoonni isaan irratti argaman hundis haa gammadan.

      33 Inni lafatti murteessuuf dhufaa waan jiruuf,*

      Mukeetiin bosonaas Yihowaa duratti haa ililchan.

  • Faarfannaa 29:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isin ilmaan warra jajjaboo, wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa,

      Ulfinaa fi jabina isaatiif wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi