LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 57:7-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Garaan koo cimaa dha,

      Yaa Waaqayyo, garaan koo cimaa dha.+

      Ani nan faarfadha, muuziqaas nan qopheessa.

       8 Yaa ulfina koo dammaqi.

      Yaa meeshaa muuziqaa ribuu qabdu nana, dammaqi, yaa baganaa, atis dammaqi.

      Ani barraaqaan nan kaʼa.+

       9 Yaa Yihowaa, namoota gidduutti sin jajadha;+

      Saboota gidduuttis faarfannaa galataa siif nan faarfadha.*+

      10 Sababiin isaas, jaalalli kee inni amanamaan guddaa dha, akka samiiwwaniittis ol kaʼaa dha,+

      Amanamummaan kees duumessoota bira gaʼa.

      11 Yaa Waaqayyo, samiiwwanii olitti ol kan qabamte taʼi.

      Ulfinni kee guutummaa lafaa irra haa taʼu.+

  • Faarfannaa 104:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Umurii koo guutuu Yihowaa nan faarfadha;+

      Hamman lubbuudhaan jirutti Waaqa kootiif faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi