LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ashdoodonni guyyaa itti aanutti ganama barii yommuu kaʼan, siidaan Daagon Taabota Yihowaa duratti fuula isaatiin lafatti gombifamee argan.+ Kanaafuu, siidaa Daagon fuudhanii iddoo isaatti deebisan.+

  • Isaayyaas 46:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ol kaasanii gateettii isaanii irra kaaʼatu;+

      Isa baatanii iddoo isaa irra isa kaaʼu, innis achuma dhaabbata.

      Iddoo isaatii hin sochoʼu.+

      Isaan gara isaatti ni iyyu, inni garuu deebii hin kennu;

      Eenyuun iyyuu dhiphina irraa oolchuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi