Uumama 1:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kana malees Waaqayyo isaan ni eebbise; akkasumas, “Horaa, baayʼadhaa, lafa guutaa;+ isas toʼannaa keessan jala galfadhaa;+ qurxummii galaanaa, uumamawwan samii irra barrisanii fi uumamawwan jiraatoo lafa irra sochoʼan hundumaa irratti aangoo qabaadhaa”+ isaaniin jedhe. Faarfannaa 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Qajeelonni lafa ni dhaalu,+Bara baraafis ishii irra ni jiraatu.+ Isaayyaas 45:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Sababiin isaas, YihowaanInni Uumaa samiiwwanii+ fi Waaqa dhugaa taʼe,Inni lafa tolche, Uumaan ishii inni jabeessee ishii dhaabe,+Inni bakka jireenyaa akka taatuuf malee akkanumaan* ishii hin uumne+ akkana jedha: “Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru. Hojii Ergamootaa 17:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+
28 Kana malees Waaqayyo isaan ni eebbise; akkasumas, “Horaa, baayʼadhaa, lafa guutaa;+ isas toʼannaa keessan jala galfadhaa;+ qurxummii galaanaa, uumamawwan samii irra barrisanii fi uumamawwan jiraatoo lafa irra sochoʼan hundumaa irratti aangoo qabaadhaa”+ isaaniin jedhe.
18 Sababiin isaas, YihowaanInni Uumaa samiiwwanii+ fi Waaqa dhugaa taʼe,Inni lafa tolche, Uumaan ishii inni jabeessee ishii dhaabe,+Inni bakka jireenyaa akka taatuuf malee akkanumaan* ishii hin uumne+ akkana jedha: “Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru.
26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+