LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Daawitis, “Ol baʼee Filisxeemota waraanuu? Harka kootti dabarsitee isaan ni kennitaa?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yeroo kanatti Yihowaan Daawitiin, “Ani Filisxeemota harka keetti dabarsee waanan kennuuf, ol baʼi” jedhe.+

  • Ibroota 11:32-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu. 33 Isaan amantiidhaan mootummoota injifataniiru,+ qajeelummaan akka jiraatu godhaniiru, waadaa argataniiru,+ afaan leencotaa cufaniiru,+ 34 humna ibiddaa dhaamsaniiru,+ qara goraadee jalaa baʼaniiru,+ yeroo dadhabanitti humna argataniiru,+ waraana irratti jaboo taʼaniiru,+ loltoota isaan weeraran moʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi