Faarfannaa 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,Mootii koo muudeera”+ jedha. Faarfannaa 72:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+ Isaayyaas 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama. Mulʼata 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.
8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+
6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.
15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.