LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 89:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+

      Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+

  • Fakkeenya 6:16-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Wantoonni Yihowaan jibbu jaʼa jiru;

      Eeyyee, inni* wantoota torba ni balfa:

      17 Ija of tuulu,+ arraba sobuu+ fi harka dhiiga qulqulluu dhangalaasu,+

      18 Garaa karoora hamaa yaaduu+ fi miila hamminatti fiigu,

      19 Ragaa baatuu sobaa yeroo dubbatu hundumaatti sobu,+

      Akkasumas nama obbolaa gidduutti wal morkii facaasu+ hundumaa.

  • Anbaaqom 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ijji kee baayʼee qulqulluu waan taʼeef wanta hamaa hin ilaalu,

      Ati hammina callistee hin ilaaltu.+

      Maarree, gantoota maaliif callistee ilaalta?+

      Yeroo namni hamaan nama isa irra wayyu liqimsu maaliif callista?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi