LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 20:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Gara Hisqiyaas isa geggeessaa saba kootii taʼetti deebiʼiitii akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan inni Waaqa Daawit abbaa keetii taʼe akkana jedha: “Kadhannaa kee dhagaʼeera. Imimmaan kees argeera.+ Kunoo, sin fayyisa.+ Guyyaa sadaffaatti gara mana Yihowaatti ol ni baata.+

  • Faarfannaa 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa Yihowaa, humni koo dadhabaa waan jiruuf gaarummaa* natti argisiisi.

      Yaa Yihowaa, lafeen koo hollachaa waan jiruuf na fayyisi.+

  • Faarfannaa 103:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+

      Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi