LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Weedduu Weedduu Caalu 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Wanti qumbii fi ixaana adii,

      Akkasumas urgooftuuwwan daldaltootaa hundumaatiin urgeeffamee,+

      Akka utubaa aaraatti lafa onaa keessaa ol baʼaa jiru kun maali dha?”

  • Weedduu Weedduu Caalu 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Naardosii+ fi saafron, marga urgaaʼuu+ fi qarafaa,+

      Mukeetii ixaana adii akaakuu hundumaa, qumbii fi argisa,*+

      Akkasumas urgooftuuwwan+ hunda caalaa baʼeessa taʼan hundumaa qabu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi