Isaayyaas 42:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+ Maatewos 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe.
42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru! Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+ Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+Innis sabootaaf haqa ni fida.+
17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe.