LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+

  • Miikiyaas 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera.

      Yihowaan maal si irraa* barbaada?

      Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+

      Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+

  • Maatewos 22:37-40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Innis akkana isaan jedhe: “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan jaalladhu.’+ 38 Kun ajaja isa hunda irra caaluu fi isa duraa ti. 39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha. 40 Guutummaan Seerichaa fi Raajonni ajaja lamaan kana irratti kan hundaaʼani dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi