-
Faarfannaa 49:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Warri badhaadhina isaaniitti amanaman,+
Akkasumas warri qabeenya isaanii isa guddaatti of jajan,+
7 Tokkoon isaanii illee matumaa nama kan biraa furuu
Yookiin isaaf jecha Waaqayyoof furii kennuu hin dandaʼan;+
-
Ermiyaas 9:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yihowaan akkana jedha:
-
-
Luqaas 12:19-21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 achiis ofii* kootiin, “Ati,* wantoota gaggaarii hedduu waggaa baayʼeedhaaf si gaʼu qabda; egaa dhimma hin qabaatin, nyaadhu, dhugi, gammadis” nan jedha.’ 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe. 21 Kanaafuu, namni ofii isaatiif qabeenya kuufatu, Waaqayyo biratti garuu badhaadhaa hin taane dhumni isaa akkanuma taʼa.”+
-
-
-