LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, wanti afaan namaa keessaa baʼu kam iyyuu garaa keessaa baʼa; nama kan xureessu kana dha.+

  • Efesoon 4:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa.

  • Yaaqoob 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.

  • Yaaqoob 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Arraba keenyaan Abbaa keenya Yihowaa* ni jajanna; arrabuma kanaanis namoota akka “fakkaattii Waaqayyootti”+ uumaman ni abaarra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi