Fakkeenya 13:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+ Fakkeenya 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo abdiin jirutti ilma kee adabi,+Duʼa isaatiifis itti gaafatamaa hin taʼin.*+ Efesoon 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.
24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+
4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.