2 Saamuʼel 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Daawit guutummaa Israaʼel irratti bulchuu isaa itti fufe;+ inni sabni isaa hundi+ haqaa fi qajeelummaa+ akka argatan godha ture. Faarfannaa 89:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+ Isaayyaas 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.
15 Daawit guutummaa Israaʼel irratti bulchuu isaa itti fufe;+ inni sabni isaa hundi+ haqaa fi qajeelummaa+ akka argatan godha ture.
14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+
7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+Ammaa jalqabee bara baraaf,Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas. Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.