Fakkeenya 22:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daaʼima* karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;+Innis yeroo dulloomutti illee isa irraa hin goru.+ Fakkeenya 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gowwummaan garaa daaʼimaa* keessatti hidhamee jira,+Uleen adabaa garuu isa irraa ni fageessa.+ Fakkeenya 23:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Daaʼima* adabuu irraa duubatti hin jedhin.+ Uleedhaan yoo isa rukutte hin duʼu. Efesoon 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.
4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.