LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Musee fi Aaron kattaa sana duratti gumicha walitti ni qaban; innis, “Isin finciltoota nana dhagaʼaa! Nuti kattaa kana keessaa bishaan isiniif baasuu qabnaa?” isaaniin jedhe.+

  • Lakkoofsa 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Boodas Yihowaan Musee fi Aaroniin, “Isin ana irratti amantii waan dhabdaniif, saba Israaʼel durattis waan na hin qulqulleessineef, gumii kana gara biyya ani isaaniif kennutti hin galchitan” jedhe.+

  • 2 Saamuʼel 12:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+ 10 Ammas haadha manaa Uuriyaa fudhattee haadha manaa godhachuudhaan waan na tuffatteef, matumaa goraadeen mana kee irraa hin deebiʼu.’+ 11 Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani manuma kee keessaa rakkina sitti nan fida;+ ijuma kee duratti haadhotii manaa kee fuudhee nama kan biraatiif nan kenna;+ innis guyyuma saafaa* haadhotii manaa kee wajjin ni ciisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi