Iyyoob 14:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+ Luqaas 12:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kanaafuu, waan nyaattanii fi waan dhugdan ilaalchisee yaaddaʼuu keessan dhiisaa, akkasumas akka malee dhiphachuu dhiisaa;+
14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+
29 Kanaafuu, waan nyaattanii fi waan dhugdan ilaalchisee yaaddaʼuu keessan dhiisaa, akkasumas akka malee dhiphachuu dhiisaa;+