Isaayyaas 41:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Warri rakkatoonii fi hiyyeeyyiin bishaan ni barbaadu, garuu homaa hin argatan. Dheebuu irraa kan kaʼe arrabni isaanii gogeera.+ Ani Yihowaan, deebii isaaniif nan kenna.+ Ani Waaqni Israaʼel, isaan hin dhiisu.+ Ermiyaas 31:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isaan booʼaa ni dhufu.+ Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee isaan nan fida. Gara yaaʼaawwan bishaaniitti isaan nan fida,+Daandii wal qixa taʼee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa. Sababiin isaas, ani Abbaa Israaʼeli, Efreemis ilma koo isa angafaa ti.”+
17 “Warri rakkatoonii fi hiyyeeyyiin bishaan ni barbaadu, garuu homaa hin argatan. Dheebuu irraa kan kaʼe arrabni isaanii gogeera.+ Ani Yihowaan, deebii isaaniif nan kenna.+ Ani Waaqni Israaʼel, isaan hin dhiisu.+
9 Isaan booʼaa ni dhufu.+ Fudhatama argachuuf yommuu kadhatanitti deebisee isaan nan fida. Gara yaaʼaawwan bishaaniitti isaan nan fida,+Daandii wal qixa taʼee fi isaan hin gufachiisne irra isaan nan geggeessa. Sababiin isaas, ani Abbaa Israaʼeli, Efreemis ilma koo isa angafaa ti.”+