LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 38:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ati akkuma duumessa biyyattii uwwisuutti saba koo Israaʼel irratti ni dhufta. Yaa Goog, yommuun karaa kee isaan duratti of qulqulleessutti saboonni akka na beekaniif+ guyyoota dhumaatti ani biyya koo irratti sin fida.”’+

  • Hisqiʼel 38:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani golfaa+ fi dhiiga dhangalaasuudhaan murtii koo isa irratti nan dabarsa; isa, loltoota isaa fi namoota hedduu isaa wajjin jiran+ irrattis bokkaa yandoo, cabbii guguddaa,+ ibiddaa+ fi dinyii+ nan roobsa.

  • Zakkaariyaas 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+

  • Zakkaariyaas 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Guyyaa sanatti Yerusaalem saboota hundumaatti dhagaa ulfaataa akka taatu nan godha. Kan ol ishii kaasan hundi akka malee ni miidhamu;+ saboonni lafa irraa hundis ishii irratti walitti ni qabamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi