LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 60:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,

      Mootonni isaaniis si tajaajilu,+

      Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,

      Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+

  • Zakkaariyaas 8:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Bara sanatti namoonni qooqawwan sabootaa hundumaa keessaa dhufan+ kudhan uffata* nama Yihudii tokkoo qabatanii, eeyyee, cimsanii qabatanii, “Waaqayyo isinii wajjin akka jiru waan dhageenyeef,+ nuti isinii wajjin deemuu barbaanna”+ jedhu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi