LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 34:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Sababiin isaas, Yihowaan guyyaa itti haaloo baʼu,+

      Waggaa yakka Xiyoon irratti raawwatameef adaba itti kennus qaba.+

  • Isaayyaas 35:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Warra garaan isaanii dhiphatuunis akkana jedhaa:

      “Jabaadhaa. Hin sodaatinaa.

      Kunoo, Waaqni keessan haaloo baʼuuf ni dhufa,

      Waaqayyo adabuuf ni dhufa.+

      Inni dhufee isin ni oolcha.”+

  • Isaayyaas 61:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 61 Hafuurri Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa ana irra jira,+

      Sababiin isaas, Yihowaan garraamotaaf misiraachoo akkan labsu na dibeera.+

      Warra garaan isaanii cabe* akkan walʼaanu,

      Warra boojiʼamaniif bilisa baʼuu akkan labsu,

      Ijji hidhamtootaa akka banamus akkan labsu na ergeera;+

       2 Waggaa gaarummaa Yihowaa,

      Guyyaa Waaqni keenya haaloo itti baʼus+ akkan labsu,

      Warra gaddan hundumaa akkan jajjabeessu,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi