LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis gara Sulula* Ilma Hinoomitti,+ karaa kibbaatiin gara irraan gadee Yebuusichaatti,+ jechuunis gara Yerusaalemitti+ ol ni baʼa; achiis gara fiixee gaarichaa isa karaa dhihaatiin Sulula Hinoom fuulleetti, karaa kibbaatiin immoo andaara Sulula Refaayimitti argamutti ol ni baʼa.

  • Iyyaasuu 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.

  • Iyyaasuu 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture.

  • Iyyaasuu 18:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daangaan sun gara andaara gaara isa fuullee Sulula Ilma Hinoom+ isa karaa kaabaatiin Sulula* Refaayim+ keessatti argamutti gad buʼa; achiis gara Sulula Hinoomitti, karaa kibbaatiin gara irraan gadee Yebuusichaatti,+ achiis gara Een Rogeelitti+ gad buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi