LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Mootiin Asoor guutummaa biyyattii ni weerare; gara Samaariyaa dhufees waggaa sadiif ishiitti marse. 6 Hosheʼaan mootii taʼee waggaa saglaffaa isaatti, mootiin Asoor Samaariyaa ni qabate.+ Achiis inni namoota Israaʼel boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan+ bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa qubachiise.+

  • 2 Seenaa Baraa 32:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Wanta anii fi abbootiin koo namoota biyyoota kaanii hundumaa irratti raawwanne hin beektanii?+ Waaqoliin saboota biyyoota kaanii biyya isaanii harka koo jalaa oolchuu dandaʼaniiruu?+

  • Isaayyaas 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani akkuman Samaariyaa fi waaqolii ishii warra gatii hin qabne irratti raawwadhe,

      Yerusaalemii fi waaqolii tolfamoo ishii irratti hoo hin raawwadhuu?’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi