-
Yooʼel 2:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo sanatti, Yihowaan biyya isaatiif ni hinaafa,
Saba isaattis gara laafina ni argisiisa.+
-
-
Zakkaariyaas 1:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis maleekaan anaa wajjin dubbachaa ture sun akkana naan jedhe: “Akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ani hinaaffaa guddaadhaan Yerusaalemii fi Xiyooniif hinaafeera.+ 15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+
-