LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Zedeeqiyaan mootii taʼee waggaa saglaffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa kurnaffaatti Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon guutummaa raayyaa waraanaa isaa wajjin Yerusaalemiin waraanuuf dhufe.+ Achiis guutummaa magaalattiitti ni marse; naannoo ishiitti marsees dallaa ijaare;+

  • Ermiyaas 32:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo sanatti raayyaan waraanaa mootii Baabilon Yerusaalemitti marsee ture; Ermiyaas raajichis Mooraa Eegdotaa+ isa mana* mootii Yihudaa keessatti argamu keessatti hidhamee ture.

  • Ermiyaas 39:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Zedeeqiyaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa saglaffaatti, waggicha keessaa jiʼa kurnaffaatti Nebukadnezaar* mootiin Baabilonii fi guutummaan raayyaa waraanaa isaa gara Yerusaalem dhufanii ishiitti marsan.+

  • Ermiyaas 52:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Zedeeqiyaan mootii taʼee waggaa saglaffaatti, jiʼa kurnaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa kurnaffaatti Nebukadnezaar* mootiin Baabilon guutummaa raayyaa waraanaa isaa wajjin Yerusaalemiin waraanuuf dhufe. Isaanis guutummaa magaalattiitti ni marsan; naannoo ishiitti marsaniis dallaa ijaaran.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi