LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 32:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kaladoonni magaalaa kana waraananis seenanii magaalattiitti ibidda ni qabsiisu;+ magaalattii fi manneen warra namoonni baaxiiwwan isaanii irratti na dheekkamsiisuuf Baʼaaliif aarsaawwan dhiheessanii fi waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhugaatii dhangalaasan+ sanas ni gubu.’

  • Ermiyaas 34:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani ajaja kana nan kenna, gara magaalaa kanaattis deebisee isaan nan fida; isaanis ishii ni waraanu, ishii qabataniis ibiddaan ni gubu;+ anis magaalota Yihudaa onaa fi bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.’”+

  • Ermiyaas 39:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Kaladoonni mana* mootichaa fi mana uummata sanaa ni guban;+ dallaawwan Yerusaalemis ni diigan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi