LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis akkanan jedhe: “Yaa Waaqa koo, dogoggorri keenya mataa keenya irratti waan baayʼatee fi yakki keenya hamma samiitti waan tuulameef, yaa Waaqa koo, ani fuula koo gara keetti ol kaasuuf nan qaanaʼe, nan saalfadhes.+

  • Isaayyaas 59:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, yakki keenya si duratti hedduu dha;+

      Cubbuun keenya hundis nu irratti ragaa baʼa.+

      Yakki keenya nuu wajjin jira;

      Balleessaa keenyas akka gaariitti beekna.+

  • Hisqiʼel 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ishiinis bara dargaggummaa ishii isa biyya Gibxii keessatti sagaagalummaa itti raawwatte+ sana yaadachuudhaan caalaatti sagaagalummaa raawwachuu ishii itti fufte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi