-
Hisqiʼel 24:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Yaa ilma namaa, ani rukuttaa tokkoon nama ati jaallattu si jalaa nan fudhadha.+ Ati gadduu,* booʼuus taʼe imimmaan dhangalaasuu hin qabdu. 17 Sagalee utuu hin dhageessisin aadi; sirna nama duʼeef godhamu hin raawwatin.+ Marata mataa hidhadhu,+ kophees godhadhu.+ Afaan kee* hin haguuggatin;+ nyaata warri kaan sii fidanis* hin nyaatin.”+
-